Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 15:6 - KITAABA WAAQA

6 Malaikaani torbaani ta gaargala torba harkaa qabdu keesaa yaate, woya boofta adi uyifatani, woya worqi qomati maratani.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 15:6
9 Referans Kwoze  

Jiddu ifse suni keesa waan aka nama jira tokoti eja, ubaari isaa miila gaha, qoma isaa gubbati woya worqiti mara qaba.


Jennaani anini akheekha waan mama d'ibi gubbati arge: malaika torba ta gaargala torba harkaa qabdu. Tunini gaargala eegeeti, tanaani dalansuuni Waaqa hobaati.


Malaikaani d'ibiini Mana Waaqa keesaa baate, nama dumansa gubba tau qonqo guddooni yaamte waan jetteeni, Haamtu tante fud'ad'u haami. Hojjaani haamani yayu geete; mid'aani yayu bilchaatani muraansa gahani.


Ato isiini waan kana mamtu, nami lama, ka woya bibilit'u qabu, worra bira ejaanje.


Jennaani oli millad'e, nama toko ka woya booftatifi gurda worqi dansa hid'aana qabu arge.


Jennaani malaikaani d'ibiini Mana Waaqa ka gubba keesaa baate, isileeni haamtu qara qabdu harkaa qabdi.


Ya ee jed'ani aka woya boofta adi d'aati keyattu. (Booftaani suni huji d'uga ta worra Waaqa.)


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite