Mudhii Yohaannisii 15:2 - KITAABA WAAQA2 Jennaani anini waan galaana dawiti fakaata arge; ka ibidaani wolkeesa jiru Anini ammalle worra bineensafi akheekha isaatiifi nama maqaani isa lamba fakaatu dabsate arge. Worri fulla galaana dawiti fakaatu ejaanje kiraari Waaqi worra kenne harka qabata. Gade chapit la |