Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 14:3 - KITAABA WAAQA

3 Worri suni barch'uma guddinnatiifi waan lubbu qaba afraanifi jaaroleti fuula deefate sirba haraa sirbe, ka nami tokoleeni dandae imbeenne worra male. Nami lafa keesa jiru ka baasani worruma ch'alla.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 14:3
17 Referans Kwoze  

Sirba haraa sirbani, waan jed'ani: Aki atini woraqata fud'atte beesisa isi ch'absitu sii malte. Wonti akanatiifi si ijeesani, atini dua teetiini nama Waaqa bitte, gosa ch'ufaafi afaani ch'ufaafi lafa ch'ufa keesa.


Jennaani anini millannaani Ilme Hoola ta garaa Sioni jed'ani gubba ejitu arge. Isa woliini nama kunki d'iba tokotiifi afurtami afuriti jira, ka maqa isaatiifi maqa Abba isaa adda gubba qabu.


Sirba Musa hojattu Waaqatiifi sirba Ilme Hoola sirbu jirani: Aabbo, Waaqa Gudda, wonti atini tolchitu ch'ufti waan mamaati! Karaani kanke ka d'ugaati ammalle qajeela!


Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.


Faaru hareetini AABBO Waaqa faarsa; lafti ch'ufti ha isa faarsitu! Isani worri baariini keesa yaufi wonti baariini keesati gala isa faarsa! Lafa fagootifi nami isi keesa tauleeni isa faarsa!


AABBO Waaqa faarsa! Sirba hareesani AABBO Waaqa faarsa; woldeenna gumi isaa ta d'uga keesati, isa faarsa!


Sirba hareesa Waaqaa sirba, maro inni waan mama tolcheefi! Inni harka isaatiifi irre isaa qulqullooni ya waan ch'ufa dabsate.


Inni faaru hareeti Waaqa keennaani faarsani na barsiise. Nami hedduuni waan kana arge sodaate AABBO Waaqa abdata.


Ee Waaqa anini sirba haareesa sii sirbe kiraari d'ae si faarsa.


Sirba haareesa AABBO Waaqaa sirba! Lafti ch'ufti ha AABBO Waaqa faarsitu!


Sirba hareesa sirba, aka dansaa kiraari d'aa, gammadaa sirba!


Ammo nami Lubbu Waaqa inqamne dandae kenniti Lubbuuni Waaqa namaa kennitu inargatu. Inni dandae inhubatu, woma tokole iti imfakaatu; wonti akanatiifi nama Lubbu Waaqa qabu ch'allati dandae hubata.


AABBO Waaqi nama isa sodaatu jaala tahe wold'aqisa inni worra woliini tolfate jabeesa.


Odeesani duisa Kristoni maskali gubbati due worra badu daalluma fakaatti; ammo nuu worra baafamuti jiru jabeenna Waaqati.


Jennaani henna nama beesisa Waaqa adda gubba qabu nati himani: gosa Israeli ch'ufa keesa nama kunki d'iba tokofi afurtami afuri.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite