17 Jennaani malaikaani d'ibiini Mana Waaqa ka gubba keesaa baate, isileeni haamtu qara qabdu harkaa qabdi.
Jennaani anini qonqo guddo ta Mana Waaqa keesa malaika torbaaniini dubbattu d'agaye: Beena, d'aqa, qori torbaani ta dalansu Waaqa lafati jissa jette.
Malaikaani d'ibiini ta ibida qorqorattu fulla waan sorio irati qalaniti ga d'ufte. Isiini qonqo guddooni malaika haamtu harkaa qabdu yaamte waan jette, hamtu tante lafa keyad'u. Wolti qabi mid'aani zabibu lafa guuri waan mid'aani isi bilchaataniifi.
Mana Waaqa ka gubba jiru banani, sanduqa wold'aqisa kaani Mana Waaqa keesati argani. Duuba hangaasufi dibbeesafi d'uqeesa mandiisutifi chochoiti lafatiifi bokeeni d'akhaani roobe.
Jennaani nami dumansa gubba tau kaani haamtu ufi fud'ate haame, akanaani mid'aani lafa haamani.
Jennaani malaikaani torbeeso qori ufi qilleensati jissite. Qonqooni guddooni barch'uma hayyuma ka Mana Waaqa keesa jiru keesaa baate waan jette, Ya tolchani!