Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 14:16 - KITAABA WAAQA

16 Jennaani nami dumansa gubba tau kaani haamtu ufi fud'ate haame, akanaani mid'aani lafa haamani.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 14:16
7 Referans Kwoze  

Tanaafi malaikaani haamtu ufi fud'atte, mid'aani zabibu guurte, duuba fulla zabibu iti ch'ach'arasani ta dalansu Waaqa keesa buufte.


Anini millannaani, dumansa adi, ka nami Ilma Nama fakaatu gubba tau arge. Inni sure worqi mataa qaba ammalle haamtu qara qabdu harkaa qaba.


Ilmi Nama malaika ufi woliini guddinna Abbaatiini d'ufa, duuba nama ch'ufa huji isaa gula waan isaa male kennaafi.


Malaikaani d'ibiini Mana Waaqa keesaa baate, nama dumansa gubba tau qonqo guddooni yaamte waan jetteeni, Haamtu tante fud'ad'u haami. Hojjaani haamani yayu geete; mid'aani yayu bilchaatani muraansa gahani.


Jennaani malaikaani d'ibiini Mana Waaqa ka gubba keesaa baate, isileeni haamtu qara qabdu harkaa qabdi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite