Mudhii Yohaannisii 14:15 - KITAABA WAAQA15 Malaikaani d'ibiini Mana Waaqa keesaa baate, nama dumansa gubba tau qonqo guddooni yaamte waan jetteeni, Haamtu tante fud'ad'u haami. Hojjaani haamani yayu geete; mid'aani yayu bilchaatani muraansa gahani. Gade chapit la |