Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 12:6 - KITAABA WAAQA

6 Niitiini gara lafa gamooji baqatte, fulla Waaqi isii mid'aase, aka achiti qorqoratani haga guyya kunki tokotiifi d'iba lamafi jaatama.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 12:6
10 Referans Kwoze  

Bineensa kana jabeenna kennani aka abaarsa hama dubbatu, ammalle jabeenna jia afurtami lama kennaniifi.


Niiti taani koola risa gugurda lama kennaniifi aka isiini lafa gamoojiti baqate ganna sadifi nusa achi teete achiti qorqoratani, aka isiini had'iisa bofa suni dura baatu.


Eege ufitiini qooda sadeeso ka urji ch'ufa gubba guurte lafati jissite. Jaweeni taani niiti diquma ind'aliini taani dura ejite aka ilme isii, yo d'alatte, nyaattu.


Jennaani Sheet'ani isa lakise, malaikaani d'ufte isa qarqaarte.


Nami bulti kuma tokotifi d'ibba sadiifi sodomi shani obse eegatu eeba argata!


Lubbuuni na fuute, malaikaani lafa gamooji naa geesite. Achiti anini niiti toko, ta bineensa diima maqa hamama irati t'aafani gubba teetu, arge; bineensi suni mata torbaafi gaafa kud'ani qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite