Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 11:13 - KITAABA WAAQA

13 Hojja suni lafti chochoote, qooda kud'anneeso ka dira hobaasani, nami kunki torba, lafti chochoonaani, raawate. Nami hafe sodaate jabeenna Waaqa ka gubbaa faarse.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 11:13
21 Referans Kwoze  

Isiini waan qonqo guddooni jette, Waaqa sodaad'a, guddisa! Wonti akanatiifi hojjaani qorsuma isaa la geete. Waaqa ka lafafi gubbafi galaanafi maddo bisaani ch'ufa uume guddisa!


Jennaani anini Ilme Hoola ta beesisa jaeeso ch'absitu arge. Lafti guddo chochoote, aduuni aka hagogo guratofte, jii aka d'iiga diimate;


Jennaani Yoshuani waan jed'eeni, ilma kiyya AABBO Waaqa Israeli durati d'uga nati himi, waan, taate ch'ufa himi. Amma waan taate tokole na ind'ossini, nati himi.


Eennuti sii insodaanne Aabbo? Eennuti maqa kanke inguddimne? Si ch'allati qulqullo. Gochiti ch'ufti d'ufteti si guddiftu. Maro huji tante ta d'uga, ta nami ch'ufti arguutiifi.


Mana Waaqa ka gubba jiru banani, sanduqa wold'aqisa kaani Mana Waaqa keesati argani. Duuba hangaasufi dibbeesafi d'uqeesa mandiisutifi chochoiti lafatiifi bokeeni d'akhaani roobe.


Eegi guyya sadifi nusa hafuuri jireenna gara Waaqati d'ufe worra seene olkakaani; nami worra arge ch'ufti guddo sodaate.


Jennaani malaikaani waan hit'aana iti aarsani fuute, ibida fulla waan sorio irati qalaniti nat'e lafa buufte. Mandiisufi iyanti lafa d'ufte, gubbaani angaate, lafti chochoote.


AABBO Waaqa keesani guddisa, ato inni dukanaani d'ufe gaareeniti isani ingugufachiimne; ammalle ato inni ifsa isani abdatani dukana sipe intolchine.


Gammanna, qilit'amna; guddinna isaa faarsina. Hojjaani Ilmeeni Hoola dubra fuutu ya geete, intalti inni fuud'u ya kurfefatte.


Akheekha d'ullatifi ka hantuta, ka lafa teesani balleese, mid'aasa, ammalle Waaqa Israeli guddisa. Inni hegerii isanifi waaqa keesanifi lafa teesanile gaargalchu lakisa.


Gaafasifi eegi sunile worra gugurda toko lafa jira, ka haga woi gagahu, ka dubarti namaatiifi ilmaani Waaqaa d'alte. Worri worra jajaba duri, ka lafa keesati gurra qabu.


Ammo isani nami gari ka sardi woya teesani int'ureesine. Isani woya adi keyatani na woliini yaatani, wonti suni ya isani malte.


Eegi bulti diqo, Petroni jiddu oboleyaani keesa olejate (ka worri ch'ufti wolti nama d'ibba tokofi diddama) waan jed'eeni,


Isani waan tolchitani keesa na guddisu maltani. Yo waan anini isaniini jed'e d'agayu diddani, anini isani abaara. Ammalle waan isani nyaata d'ugaati ira argattani ch'ufa anini abaarsa keesa kaya. D'uguma anini qara ya abaare, waan isani dubbi tiyya womaatu indariiniifi.


AABBO Waaqi guddaani tassa d'ufe, mandie lafa chochoose, bubbe isaniti erge, ibida lafati kaye akanaani isani baasa.


Ammalle maro lameeso worri namicha balla kaani yaame waan jed'eeni, Waaqa durati d'uga dubbad'u! Nu imbeenna aka namichi kunini nama daba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite