Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mika 7:15 - KITAABA WAAQA

15 Ee AABBO Waaqa, waan mama tolchi, nu agarsiisi, akuma duri gaafa lafa Misiri keesaa nu baafte tolchite nu agarsiifte.

Gade chapit la Kopi




Mika 7:15
9 Referans Kwoze  

Duuba anini harka kiyya iti olfud'ad'e worra Misiri d'ae waan mama jabdu iti tolcha. Eegi suni inni isani galakisa.


AABBO Waaqa, kai, nu qarqaari, harka keetiini nu baasi, akuma atini duri tolchite. Nami goorjama Rahabu jed'ani gargari ch'ire siiniti?


Ammalle worra isaa, ka worra Ashuru jalaa bahe, achiti hafe, kara balla tolchaafi, akuma duri ababoota worraa, ta lafa Misiri keesaa baate, tolche.


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini nyaapa keesani lafa Bashani keesaa gadeebisa; ammalle d'immu Baariini keesaa fuud'a,


AABBO Waaqa waan Musani jed'e, Anini amma wold'aqisa worra Israeli woliini tolfad'a. Ammalle anini gumi tante durati waan mama ka ka durile ira jira lafa ch'ufa keesa yokhaani gosa ch'ufa durati tolcha. Ammalle gochiti d'ibiini ta d'aatu tante jirtuleeni waan nama bakhasa, ka anini AABBO Waaqi si tolchu kana inagarti.


Nami baariini gosse, kara bisaani ke baase, worra atini baasuu jirtu taakisiise siiniti?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite