Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mika 6:16 - KITAABA WAAQA

16 Wonti woni kunini ch'ufti isani qabatufi, waan isani aada hamtu hayyu Omritiifi ilma isaa Ahabu jabeesitani gula yaatanifi. Tanaafi anini isani balleese, gochiti ch'ufti isani tufatti. Ammalle fulla ch'ufati isani goyeesani.

Gade chapit la Kopi




Mika 6:16
31 Referans Kwoze  

Isani waan jettani, yayu nu arabsani, nu ch'eersani lafaa nu balleesani waan nyaapi fulla qulqullo mana Waaqa keesaa jirtu ch'ufa fud'ateefi nu qarqaarsa d'amne.


Taatule worri dubbi tiyya inguunne, yokhaani nale inch'aqamne, ammo worri mata jabeenna ufitifi herega ufi hama gula bahe, fulla sila goomu iraa hamatani.


Anini dira kana aka takaa inargini balleese, duuba nami d'aatu bahe dabru ch'ufti rifate maadefate afaani qabata.


AABBO Waaqi dua haga jiru jireenna balleese, nama ch'ufa imimaani ira haaqe, ch'eera lafa ch'ufa keesati gumi isaa qabate iraa fuud'a. Dubbi tana AABBO Waaqati jed'e!


Gochiti d'aatu teenna jirtu waan atini nu tolchite agarraani nu goyeesite nu kofalti.


Ammo wonti anini si quufu dide tana; dubbi niiti Yezebel jed'ani ta raaga Waaqa ufiini jettu obsita; isiini hojattu tiyya aka worri huji sharmut'oma tolche, sagale waan harkaani boch'ani baasani nyaatu barsiifte akasiini balleesite.


Worri Israeli ya gaargale; worri ya lafa ufii kara d'araatiini d'abe, waan worri nama qarqaarsa worraa kennu indandeenne qarqaarsa kad'ateefi.


Atini duri ya nuu kalchite, tanaafi amma Yerusalemuti deebite indalanini. Inni dira kanketi, gaara kanke qulqullo. Nami lafa nu d'aatu jiru ch'ufti, Yerusalemufi gumi tante tufata wonti suni ch'ufti maro ch'ubbu teennatifi waan hamtu ababooti teenna tolchiteefi nu d'aqabde.


Hojja worri nagayaani worra ufi keesa tau, ka nami tokoleeni worra imudamsimne, worri aka gaafa duri nati garagale kaani ch'eera irati hafe, inded'a.


Ee AABBO, waan nu tolchani qaabad'i, nu ilaali, ch'eera keenna argi.


anini gosa mirga teetu ch'ufafi hojatu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloni yaame, lafa tanaafi nama isi keesa taufi lafa d'aatu jirtu ch'ufa haasisa. Anini gosa Yuda tanaafi gosa worra d'aatu teetule balleese lafa worrale haga jiru jireenna onse waan nami hojja qaabatu ch'ufa iraa rifatu tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Nami gumi tanaani deemu yayu worra kara iraa gorse, wowollaalchise balleese.


Ayyaana isaati ka mala worra ch'ubbutitifi akheekha worra dabaatiifi dubbi worra Waaqa tufatulle jibbe iti d'iaachu didu.


Worri ya na dide, sorio Waaqa d'ibii baase, akanaani huji sunini na dallansiise, tanaafi dallansuuni sunini ta anini Yerusalemuti dallane deebite naraa ingaltu.


Fulla waaqa d'ara iti kad'atani ta gaara ira, ta qara abbaani isaa Hezekiani ch'ach'abse, jaare ammalle fulla Baali iti kad'atani sorio baasanifi mid'aase, fakeenna waaqa Ashera jed'anile boch'e, akuma hayyuuni Israeli ka Ahabu jed'ani kaani tolche. Ammalle inni urjile ch'ufa gajed'e kad'ate.


Ammalle faana hayyoota Israeli gula bahe, aada hamtu worra AABBO Waaqi worra Israeli dura lafa keesa baase gula ilma ufile gube Waaqa d'araati sorio baase.


Obadiani raagoota d'ibba toko fuud'e goda d'akhaa keesati shantama shantamani d'osse, sagaleefi bisaani kenneefi.)


Mani kunileeni ch'ach'abe ona tahe, nami d'aatu bahu ch'ufti iraa rifate maadefate waan jed'u, AABBO Waaqi maanifi lafa tanaafi Mana kana akana tolche?


Yerusalemufi dira Yuda ch'ufafi hayyoota isiitiifi jaarole isii ch'ufale inobaasani, duuba lafti worraa badde ona taate, hojja qaabatani ch'ufa nami waan isii iraa rifata, maqa isiitiini woli abaara — akuma arrale woli tolchani.


Anini worra lakisu dide, woraanafi beelafi d'ukuba worratiini d'ufa, gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti waan agarte suni iraa rifati. Fulla anini worra iti firfirse ch'ufa, nami waan worri tahe iraa rifate mudame. Worra goyeesani maqa worraatini, nama abaarani.


Worri Israeli ya aka taka inargini AABBO Waaqa dallansiise; maro ch'ubbu sunitiifi duu malani. Waan worri isa ch'eerseefi, AABBO Waaqi worra gaargalcha.


Biyyiti na gorsite waan naani jettu, Laki, nu ingorsiini, waan suni maqale ind'aini, Waaqi nu inch'eersu.


Tanaafi anini amma maro daba keesanitiifi isani balleesa.


Inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, wonti akanatiifi abbaani isaa doonaani, worri Ahabu ka gari mala hama isaa d'ae, isa balleese.


Atini yayu aka gochiti ch'ufti nu tufatu nu tolchite, worri yayu fuula guure nu goyeese.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite