Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mika 3:10 - KITAABA WAAQA

10 Isani nama fit'ani, dira Sioni jaartani, ammalle nama dabsitani Yerusalemu jabeesitani.

Gade chapit la Kopi




Mika 3:10
8 Referans Kwoze  

Gumiini ch'ufti waan jette, D'iigi isaa mata keennafi ka ijoolle teenna gubba jira.


aka yo nami toko biyya jed'e due, ka gochiti teenna ch'ufti imbanne ira dansa inhereddani.


Jaaroleeni isaa nyeench'a itanu fakaatti; jaallabooti isaa yai beeloofte fakaati, ta sabdoofte lafe haga boriti asi qorattu.


Nami d'ugaafi qajeeluma gula deemu, ka Waaqa sodaatu, tokoleeni injiru. Nami ch'ufti gaade wolijeesa. Ch'ufti oboleesa ufii yokhaani gosa ufii t'ururaani qabe balleesu fed'a.


Waan atini dira kanani jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: Waan atini nama kanke heddu fit'e, waan harkaani boch'ani kad'ate ufi t'ureesiteefi, amma guyyaani kanke ya alaa hobae,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite