Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mika 2:3 - KITAABA WAAQA

3 Tanaafi AABBO Waaqi waan jed'u, Anini aka gaargala isani jala imbaanne isaniti d'ufu, malachu jira. Duuba gaargala argattani, deebitani aka duri kaani kiyyiba iyyaatani.

Gade chapit la Kopi




Mika 2:3
29 Referans Kwoze  

Gaafa suni nami woi beekhu qarooleeni inch'alisa, wonti akanatiifi bari suni hama!


Ammo gochiti hamtuni tunini, nami hafu ka lafa anini iti firfirse keesa qubatu, jireenna ira dua jaalata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.


Amma waan atini worra Yudatifi ka Yerusalemutini jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, Anini isaniti malachuu jira, aka isani gaargalche isani balleesu. Tanaafi isaniini ch'ufti kara keesani hama lakisa, amalafi adaba keesani jijirad'a.


Waaqi, yo dubbi nama naasu inqamne qoru, isale inahu; ammo naasuuni qorsuma dabsatti.


Qaampara mormati nu kayani nu gaargalchani, hafuura baafachu nu d'owani.


AABBO Waaqi waan qara malate ya tolche; inni yayu naasu male nu hobaase, akuma duri nuuni jed'e. Inni harka nyaapa keennati nuu kenne badi teennaani worra gammachiise.


Yo qoomni argattani ch'ufa waan dansa tolcha, bari kuni hama.


ka naa jed'ani duale sodaachu didani nagaya d'aama. Anini guddo galata worraa deebisa — na ch'allaaniti, ammo gumiini gosa d'ibi ch'ufti.


Gaargala akamiti worra sire ira ch'iise waan hamtu malatu d'aqaba! Yo lafti bariite, waan irre qabanifi, waan eda malatani kaani tolchani.


Nami qolchaleeni imbahu; jabaaleeni jabeenna d'aba. Askartileeni lubbu ufii imbaaftu.


Amma anini, Nebukadrezani, hayyu gubbaa faarse ulfeese guddisa, hujiifi karaani isaleeni ch'ufti ka d'ugaati. Inni nama ufi guddisu ch'ufa dandae kiyyiba iraa kuta.


Inni ch'ubbu tiyya ch'ufa hubate wolti qabe, morma kiyyati kae jennaani ulfinni isi na lellese. AABBO Waaqaati askarti nyaapa kiyyati na kenne, tanaafi anini waan tau d'abe.


Azaria, ilma Hoshayatifi Yohanaani, ilma Kereatifi jari kikiyyibaani kaanileeni ch'ufti, Atini d'ara dubbachuu jirta naani jed'e. AABBO Waaqi keenna si nuti inergine, inni lafa Misiriti ingodaanina injenne.


Akuma Yehudini dubbi lamafi sadi soome hobaasuni hayyichi haaduni ch'ire ibida keesa buusa. Akasiini woraqata ch'ufa gube hobaase.


Tanaafi wonti amma AABBO Waaqi jed'u tana: Isani yayu seera kiyya ch'absitani; isani nama gosa teesani balchuma kennuufi diddani. Hayye hataatu, aninileeni balchooma isanii kenna: balchoomi kunini ka woraanafi beelafi d'ukubaani isani hobaasu. Gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, yo waan anini isani tolchu agartu, irifati.


Anini woma suni Sedekia hayyu Yudati hime waan jed'e. Ee jed'aa, hayyu Babilonitifi nama isa ch'ufa jalati bula, duuba injiraattani.


ka AABBO Waaqaani, Atini waan tolchu feetu hurrisi tolchi aka nu arginu. Waaqi Israeli qulqullooni ha herega ufi guutu; eegi waan inni tolchuu fed'u ilaala jed'u.


AABBO Waaqi waan jed'e, me aka nad'eeni Yerusalemu kiyyibdu ilaala! Isiini funnaani, d'aabde ilaani d'iira barbaada yaati. Worri shoobaa yae, faayi worri miilati naqatu qiqilisa.


Isani nyaapa keesani ka AABBO Waaqi isaniti ergu, qullafi beelafi d'eebuuni hojattani, waan ch'ufa d'abdani. Ammalle qaampara sibiila isaniti kayani, isani balleesani.


Worra Israeli, dubbi AABBO Waaqi isaniini jed'u tana ch'aqasa, isani gumiini ch'ufti ta inni lafa Misiri keesaa baase:


Gosa lafa keesa jirtu ch'ufa keesa anini isani ch'alla ufiti aanse qorqorad'e. Tanaafi anini maro ch'ubbu teesanitiifi gaargala keesani guddisa.


Nami nama dabsufi ka Waaqa tufatu bade nama ch'ubbu qabu ch'ufti hobaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite