Mika 1:7 - KITAABA WAAQA7 Waan worri boch'e kad'atu ch'ufa ch'ach'absani, waan sharmut'a mana waaqoota suni ke jiru baasani ch'ufa gubani, ammalle wonti boch'ani kad'atani suni ch'ufti onte baddi. Waan kana ch'ufa Samariani kara sharmut'omatiini argate, amma nyaapi isii waan suni ch'ufa fud'ate lafa d'ibi geese kad'ata. Gade chapit la |
Eegi jilti sunini ch'ufti dabarte, worri Israeli ch'ufti dira Yuda ch'ufa d'aqe d'akhaaye old'ad'aabani ch'ach'abse, akheekha waaqa d'ara ka Ashera jed'ani ch'ire, fulla sorio iti qalanifi ta waaqa d'ara iti kad'atanile balleese. Akasuma lafa Yuda ch'ufafi ta Benjaminitifi ta Efraimutifi ta Manase keesati tolchani, kaani worra ufiti galani.