Mika 1:5 - KITAABA WAAQA5 Wonti woni kunini ch'ufti taatuufi, maro wollaala Yakobotiifi ch'ubbu worra Israeliti. Wollaala Yakobo eentu d'ufeeni? Worra Samariatiniti? Ch'ubbu worra Yuda eentu d'ufeeni? Worra Yerusalemutiniti? Gade chapit la |
Ganna saddeeteeso ka hayyuma Yosia, ka inni gaafasile ijoolluma qabu, inni Waaqa ababo isaa Daudi kad'ate arti asi gula deeme. Ganna kud'ani lameeso ka hayyuma isaa, inni fulla waaqa d'ara iti kad'atanifi akheekha waaqa Ashera jed'anitifi akheekha waaqa d'ara d'ibile ch'ufa lafa keesaa balleesiti iti kaye.