Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mika 1:14 - KITAABA WAAQA

14 Amma, isani worra Yuda, dira Moreshethi Gathi nagayaati jed'aani. Hayyooti Israeli qarqaarsa dira Akzibu ira inargattu.

Gade chapit la Kopi




Mika 1:14
10 Referans Kwoze  

Keili, Akizibu, Maresha: Diri kunini ch'ufti sagali ka kamu ollowaani ufi d'aatu qabu.


Ahazini qarsifi worqi Mana Waaqatifi ka hayyu keesaa fuud'e, hayyu Ashuruti erge.


Wonti na d'ukubsa kunini maafi na illakimne? Nami tokoleeni maafi mada tiyya infayyimne? Madaani tiyya maafi fayyu diddi? Atini madda bonani goddu, ta nama sobdu nati tahu feeta?


Tunini d'aamsa AABBO Waaqi waan bineensa lafa aloo ka bita d'aamate: worri ergani sunini lafa d'ipufi gaargala gudda qabdu keesa deema, ta nyeench'afi bofafi jaweeni aka male oriitu iti galtu. Worri harreefi gaala miha dadansa iti fae, gosa worra qarqaaru indandeenne geese.


Nami hafuuruma baafatani fakaata; diqaafi guddaleeni akuma taka jira, woma keesa injiru. Miisana gubba kai, biimi worri diqole inuulfatu, hafuurale ingahu.


Jennaani inni worra Moabu dabsate, nama qaqabe lafa ch'ich'ifsise nama sadi ch'ufa keesaa nama lama fit'e. Duuba akanaani worri Moabu isa jalati bule gibira baaseefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite