Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mika 1:10 - KITAABA WAAQA

10 Nyaapa keenna ka Gathi jiru, aka nu dabsatani, iti inhimina; boha teesani worra argu d'owa. Worra Beth-Leafra, aka ufi jibbattani, biyye keesa gangalad'a, garsiisa.

Gade chapit la Kopi




Mika 1:10
7 Referans Kwoze  

Gathi keesati inodeesina, dira Askaloni keesati namati inhimina. Nad'eeni Filisti ingammachisina, dubra worra Waaqa imbeenne gammadu d'owa.


AABBO Waaqi waan gumi isaatini jed'u, ch'arqi naqad'a, daara keesa gangalad'a. Akuma ilma tokocha bohani, laalefad'a, boha, wonti akanatiifi nami isani balleesu fed'u tassa isaniti d'ufe isani had'a.


Nami fiit'a nama due suni, ka huji awaala isaa harkaa qabu, reefa isaa baate mana keesaa baheeni nama mana keesati hafe yaame waan jed'uuni, Nami eegeti si woliini hafe injira? Duuba nami hafe kaani waan jed'uuni, Hiyo, tokoleeni injiru. Jennaani namichi fiit'aa kaani waan jed'uuni, Afaani qabad'i, nu maqa AABBO Waaqa d'aule himmalle.


Gaafa suni nami woi beekhu qarooleeni inch'alisa, wonti akanatiifi bari suni hama!


Waaqa durati ufi diqeesu malani, d'aabuuni inuma jirtifa.


Ayubuni ch'ach'aba okote faara fuud'e, fulla daara iti harani tae, madaani hoqateeni.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite