Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 9:26 - KITAABA WAAQA

26 Oduuni tunini lafa suni ch'ufa keesa fulla ch'ufa geete.

Gade chapit la Kopi




Matayo 9:26
11 Referans Kwoze  

Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Ammo namichi kaani achi deemnaani akuma arge fulluma ch'ufati hasae. Waan kanaafi Yesoni d'ossa male dira tokole seenu dad'abe, ammo ala tae biyyiti fulluma ch'ufa isati d'ufte.


Hayyuuni waan kana imbeekha, anini isa durati soda male dubbachu jira. Anini imbeekha, aka wonti kunini tokoleeni isa dura indahanne; waan kana fulla d'ossati intolchine.


Waan maqaani Yeso fulla ch'ufa gaheefi, hayyu Herodeni waan kana d'agaye. Nami gari waan jed'e, Yohanani ka nama batisu la duisa keesaa kae jed'ani, tanaafi inni waan mama kana tolcha.


Ammo worri yae, waan isaa lafa suni ch'ufa keesati odeese.


Maro tokotu gurri isaa arda lafa Galilaya ch'ufa gahe.


Jennaani Yesoni jabeenna Lubbu Qulqullotiini kae Galilayati gale; gurri isaa arda suni ch'ufaa gahe.


Gurri isaa arda suni ch'ufa keesa fulla ch'ufa gahe.


Ammo gurri isaa haga qarale ira lafa ch'ufa gahe; gumiini guddooni aka isa ch'aqaftufi aka d'ukuba fayyitu d'ufte.


Gurri isaa lafa Yudeatiifi arda suni ch'ufa gahe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite