21 Isiini waan ufiini jette, Yo anini woya isaa ch'alla tuqele imfaya.
Yo bututufi woya isaa nama fayya inqamneti geesanile, hojuma suni fayyani jinniini keesaa baati.
Aka handaara woya isaa tuqani isa kad'atani; jennaani nami tuqe ch'ufti fayye.
Maro inni nama heddu fayyisefi nami d'ukuba qabu ch'ufti isa tuqu fed'e wold'id'ibe.
Ammalle waan jabeenni isa keesaa bahe worra ch'ufa fayyiseefi gumiini ch'ufti isa tuqu feete.