Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 9:11 - KITAABA WAAQA

11 Duuba Farisayooni waan kana arginaani waan jara isatiini jette, Qaallichi keesani maafi nama damoosa guurufi nama daba qabu woliini sagale nyaata?

Gade chapit la Kopi




Matayo 9:11
14 Referans Kwoze  

Ilmi Nama nyaate d'ugu d'ufe, ammo waan jed'ani, Kunini sabdifi nama farso d'ugu, jaala nama, damoosa guurufi nama daba. Tatule, qalbi Waaqa d'uga, waan isiini tolchituuni beekhani.


Farisayoofi jari Seera beekhuleeni waan jara isaa gungumani waan jed'ani, Isani maalifi worra damoosa guurufi worra daba woliini nyaattani d'uddani? jed'ani.


Jari Seera beekhu ka Farisayo, isa nama daba qabuufi jara damoosa guuru woliini sagale nyaatu arginaani, waan jara isatiini jed'e, Inni maafi jara damoosa guurufi nama daba qabu woliini sagale nyaata? jed'ani gaafatani.


Nama daallefi ka wollaala tolchu obse gorsu dandaa, waan innileeni laafinna qabuufi.


D'uguma, d'alooti keenna Yahudi, gosa d'ibi ta dabdeeniti.


Nami arge ch'ufti gungume waan jed'e, Inni yayu mana nama daba olseene.


Duuba worri waan nama d'ibiini jed'u, Nuti ind'iaatiina, nuraa fagaad'a, nu intuqina, nu nama qulqullo! Worri seeruma hafuura ani baafad'u, woma keesa injiru dallansuuni anini worrati dallanu ibida haguma jiru ind'aamne fakaati.


Yo nami d'ufe barsiisa tanaani siti ind'umne, nama suni balbala mana keti duraa imbaniini; nagayale infuud'iini.


Yo nama isani jaalatu ch'alla jaalattani, gati maani Waaqa ira argattani? Worri damoosa guuruleeni akasuma tolchaniti?


Inni sagale nyaataa teennaani, jara damoosa guurufi nami daba hedduuni isaafi jara isaa woliini tatae.


Atini ya worra qabanqaba inqabatini woliini nyaatte d'udde.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite