Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 8:6 - KITAABA WAAQA

6 Waan jed'eeni, Aabbo garbichi kiyya guddo fayyaniti mana keesa ch'iisee garagalu jira, chochoule indandau.

Gade chapit la Kopi




Matayo 8:6
12 Referans Kwoze  

Abbooti, tissele teesani waan dansa tolcha. Aka isanileeni Abba gubba qabdani qaabad'a.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Maro waan kanatifi Yahudiini yokhaani gochiti d'ibiini injirtu, nama qabanqaba qabatefi ka inqabatini injiru, nyaapafi nami aada imbeenneleeni injiru, tisseefi balchaani injiru, ammo Kristo ch'allati jira, ammalle waan ch'ufa isumati keesa jira!


Achiti inni nama toko ka Ainea jed'ani arge, ka haga ganna saddeeti fayyad'abe kokotae sire ira ch'iise.


Amma inni tisseeniti ammo tisse ira jira; inni oboleesa Kristo keesati. Inni guddo naa jaba! Si hagasira jabaata, waan inni tissetiifi oboleesa Aabbo keesa, taheefi.


Tisseleeni abbooti ufi ta Kristiana intufatiini maro worri oboleyaantifi. Ammo ha aka dansa hojattufi, wonti akanatiifi hujiini worraa, abbooti worraa ta d'ugefate ta worra jaalatu suni wo baati. Waan kana nama barsiisi, odeesi.


Malaikaani Kornelioni dubbatte taani deemnaani, inni hojattu ufi lama yaame, ammalle askarticha dansa toko ka guyya ch'ufa waan isaa ilaalule yaame.


Jinniini hamtuuni qonqo olfud'atte iyite nama heddu keesaa yaate; nami hedduuni ka kokotaefi ka naafate fayye.


Namicha naafa toko ka sire gubba ch'iisu isatiini d'ufani. Yesoni d'ugefacha worraa arginaani waan namicha naafa kaaniini jed'e, Garaa jabaad'u, gurba kiyya; daba kanke ya sii araaramani.


Yesoni waan jed'eeni, Anini d'ufe isa fayyisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite