Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 8:17 - KITAABA WAAQA

17 Wonti kunini aka fagiisi raagi Isayani jed'e guutamu agarsiifti: Inni d'ukuba keenna fud'ate, fayyad'aba keennale baate.

Gade chapit la Kopi




Matayo 8:17
9 Referans Kwoze  

Ammo inni gaargala keennafi laalefacha nu sila argannu fud'ate. Ammo nu hojja ch'ufa waan Waaqi gaargala suni isatini d'ufe seene.


Kristoni daba keenna maskaliti baate, aka nu dabaani doone d'ugaani jiraannu. Madaa isatiini isani fayyisani.


Wonti kunini ch'ufti aka wonti Aabbooni afaani raagatiini dubbate guutamtufi taate:


deeme dira Nazareti jed'aniti qubate, aka wonti duri raagooti jette guutamtu, ta isaani nama Nazarayo jed'ani jettu.


Wonti kunini aka dubbini Aabbooni afaani raagatiini duri fage, ta anini lafa Misiri keesa yayu ilma kiyya yaame jettu guutamtufi taate.


Lafti galgaloomnaani, nama fayya inqamneefi ka jinni qabu ch'ufa isatiini d'ufani.


Galgala suni eegi aduuni d'iite, nama fayyad'abe ch'ufa isaatiini d'ufani. Inni nama ch'ufa harka ira kaye fayyise.


Anini laafinnafi arabaafi d'ibafi d'ipufi gargala maro Kristotiifi indidu. Wonti akasitiifi yo anini laafa anini guddo jabaad'a.


Abrahamuuni qoraani sorio Isaaqoti fahe, ufi billaafi uchumaani deeme. Ato worri woliini yau jiru,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite