1 Yesoni gaara iraa gadi buunaani, gumiini guddooni isa gula yaate.
Yesoni gumi isa marsitu arginaani aka gama galaana kaaniti taakani buufate.
Gumiini guddooni ta Galilayatiifi ta dira kud'ani, ta Yerusalemutiifi lafa Yahuditiifi ta d'aatu Yordani keesa ch'ufti isa gula yaate.
Ammo gurri isaa haga qarale ira lafa ch'ufa gahe; gumiini guddooni aka isa ch'aqaftufi aka d'ukuba fayyitu d'ufte.
Yesoni jara ufi woliini galaanati deebie. Gumiini guddooni ta Galilayatiifi ta Yudeatiifi ta
Ato worri Yeriko keesaa bahu jiru, gumiini guddooni Yeso gula yaate.
Gumiini guddooni isa gula yaate, achiti inni worra fayyise.
Nami hedduuni isati d'ufe, naafafi ballafi farrafi duudafi nama d'ukuba gosa heddu Yesotiini d'ufani, jennaani inni worra fayyise.
Yesoni waan kana d'ageennaani achi kae deeme, duuba nami hedduuni isa gula yae. Inni nama ch'ufa fayyise,
Inni aka jara Seera beekhu nama imbarsiimne, ammo aka nama jabeenna qabu barsiise.
Namichi qomaat'a qabu toko isati d'ufe, durati jilbifate waan jed'eeni, Aabbo, atini yo feete na fayyisu dandeeta.