10 Yokhaani yo inni qurt'umi kad'ate bofa kennaafi?
Eentu yo ilmi isaa qit'a kad'ate d'akha kennaafi?
Yo isanu ka hameenna qabdani, waan dansa ilmaani teesani kennu beetani, Abbaani keesani hagasi ira waan dansa worra isa kad'atu kenna!
Akuma Musani lafa gamoojiti bofa fannise, akasuma Ilma Nama fannisu malani,
Anini insodaad'a; hegeri qalbiini teesani hamaatte jaalala Kristo qulqullo lakiftani — akuma bofi Hawai malteeni sobe.