15 Ammo yo isani wollaala namaa inaraaramne, Abbaani keesanileeni wollaala isanii inaraaramu.
Duuba Yesoni waan jed'e, Abbaani kiyya ka gubbaleeni akasuma isani tolcha, yo isani ch'ufti garaa keesani keesati oboleyaani teesani inaraaramne.
Ayyaana worra naasu qabu: worra kana inahani!
Wonti akanatiifi yo isani wollaala namaa araaramtani, Abbaani keesani ka gubbaleeni isani araarama.
Yo isani namaa araaramu diddani, Abbaani keesani ka gubbaa jiru wollaala keesanile isanii araaramu dida.]