Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 5:25 - KITAABA WAAQA

25 Yo nami si himate koraa si yaamani, hurrisi wold'aqa yokhaani inni jaarole si kenne, jaaroleleeni askartiti si kennite, askartileeni mana hid'aansa keesa si buufti.

Gade chapit la Kopi




Matayo 5:25
19 Referans Kwoze  

Waan aka dansa agarte inhubatini gaadisa korati ingeesini. Yo nami d'ibiini d'ufe dubbi te d'aareese si ch'eerse maani taata?


Ammo aka dabi nama tokole yake sobe mata injabeesine, guyya ch'ufa woli qarqaara, haga t'aafiini, Arra jettu ch'ufa.


Tanaafi, akuma Lubbuuni Qulqullooni jettu, Yo qonqo Waaqa arra d'ageettani,


Eegi suni aka isani beetani Esauni eeba Abba ufi d'aalu fed'e, ammo isa didani. Wonti akanatiifi inni ato imimaaniini barbaadele, aka waan duri tolche garagalchu kara iti d'abe.


Amma tana Waaqaani wold'aqa, nagayaani woliini taa; yo atini akasi taate inni si eebisa.


Waan Waaqi jed'e ch'aqasa: Anini hojja jed'e si ch'aqase, guyya baafama si qarqaare. Ch'aqasa! Hojjaani fed'i Waaqa barbaadattani tana, guyyaani baafama kana!


Tanaafi nami si beekhu ch'ufti, yo d'iba qabu, si kad'achu male; hojja bisaani fach'aani gaargali d'ufu, bisaani sunini isa ind'aqabani.


Petroni isa gula deeme haga ch'icha mana qaallicha gudda, d'aqetiini worra lafa eegu woliini tae, aka waan dubbini buufattuuni ilaalu.


Ammalle dira suni keesa niiti hiyyeeti tokoti jira, ta guyya ch'ufa gara isaa d'at'e, Nama tokoti na dabse, dubbi tana na ilaali jettuuni.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite