Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 4:4 - KITAABA WAAQA

4 Ammo Yesoni waan jed'eeni, T'aafiini waan jettu, Nami qit'a ch'allaani injiraatu, ammo dubbi afaani Waaqa keesaa baate ch'ufaani jiraata.

Gade chapit la Kopi




Matayo 4:4
26 Referans Kwoze  

Inni sagale isani d'owe isani agabse, eege sagale manna jed'ani ta taka isanifi abbootini teesani inyaatini isanii kenne. Wonti inni akasi tolcheefi aka nami qit'a ch'allaani injiranne ammo dubbi afaani AABBO Waaqa keesa baatuni jiraatu isani barsiisu fed'a.


Yesoni waan jed'eeni, T'aafiini waan jettu, Nami qit'a ch'allaani injiraatu.


Wonti nama jiraachisa Lubbu Waaqaa; fooni woma imbahani. Dubbini anini isaniti hime Lubbufi jireenna.


Wonti akanatiifi waan t'aafi keesati t'aafani ch'ufa aka nu barsiisaniifi t'aafani, aka nu abdi maro jabeennaafi obsa t'aafiini nuu kennitu argannu.


Baafama aka ruufa marad'a, dubbini Waaqaleeni ha sheefti Lubbuuni isanii kennitu taatu.


Worri Israeli waan suni arge jennaani waan woliini jed'e, Isii, wonti kuni maani? Musani waan jed'eeni, Kunini qit'a AABBO Waaqi nyaattaa isanii kenne.


Yesoni waan jed'eeni, T'aafiini waan jettu Aabbo Waaqa kanke ch'alla guddisi, isa male nama d'ibi inhojatiini.


Duuba worri Israeli ganna afurtama haga lafa Kanaani ta iti godaanani ingahiini sagale Manna jed'ani suni nyaatani. Worri sagale Manna jed'ani suni haga lafa Kanaaniti bahaniti nyaate.


Jennaani Musani waan jed'e, Nami fooni galgala isanii kenne qit'a diirama haguma isani feetani isanii kennu AABBO Waaqa. Wonti akanatiifi inni yayu haalano teesani d'agaye. Isani yo haalattani nu inhaalanne, Waaqa haalattani.


Jennaani Yesoni waan jed'eeni, na biraa deemi, Sheet'ana t'aafiini waan jettu Aabbo Waaqa kanke ch'alla guddisi isuma ch'alla hojad'u!


Yesoni waan jed'eeni, Ammalle t'aafiini waan jettu, Aabbo Waaqa kanke inilaalatiini.


Yesoni waan jed'eeni, Waan jed'ani, Aabbo Waaqa kanke inilaalatiini.


Jia Abibu, jia isani lafa Misiri keesaa baatani, jila Qit'a bukho inqamne akuma anini qara isaniini jed'e naa tolcha. Qit'a bukho qabu guyya torba ka jila tana inyaatina. Nami tokoleeni harka duwa na dura ind'ufini.


Wonti afaani nama keesa seene nama int'ureesitu, ammo waan afaani nama keesaa bahati nama t'ureesa.


Inni waan jed'e, Waan nama keesaa bahati nama t'ureesa.


Ammo yo Qarqaarsi d'ufu, ka anini gara Abba kiyyati ergu, Lubbu d'uga, ta gara Abbati baatuuti na d'ugeesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite