Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 27:5 - KITAABA WAAQA

5 Yudani hori kaani fulla sorio iti qalani jisse d'aqe t'ururaani ufi ijeese.

Gade chapit la Kopi




Matayo 27:5
12 Referans Kwoze  

Ahithofelini aka mala isaa didani arge jennaani harre ufi rara ira keeyate, kae worra isati gale waan ufi ch'ufa kurfefate, ufi fannise ufi ijeese. Akanaani due, awaala worra isaani keesati awaalani.


Jari Zekaria eegu waan inni akana Mana Waaqa keesati tureefi mame.


aka aada qaalole guutu. Hit'aani isa ira bue jennaani inni kae hit'aana Mana Waaqa keesati aarse.


Ammo, ee Waaqa, atini worra nama ijeese kiyyiba kaani, ato guyyaani worraa ingeenne, boolati guurta. Ammo anini gama kiyyani siuma ch'alla abdad'a.


tanaafi fulla nafa kanaani gaargalu, hojja sila hud'ani na ijeesani ira naa jirti.


Jennaani niitiini isaa waan jetteeni Atini akuma kaani Waaqa jaalatte isaa saalfata? Isaa abaarte doote ho?


Zimirini aka dira suni qabani arge jennaani, mana hayyu keesa fulla jabdu seene, mana suni ch'ufa ibida iti kaye, ibida suni keesati ufi ijeese.


Jennaani inni hurrise, gurba miha isaa ka lola baatu yaame waan jed'eeni, Goraade tante qalqala keesaa luqisi, na ijeesi. Aka nami, nad'eeniti ijeese injenne. Jennaani gurbaani suni tumaata tokooni ijeese.


waan jed'e, Namichi kunini waan jed'e, Anini dandae Mana Waaqa ch'abse, eegi guyya sadi jaara jed'e jed'ani.


Qaaloleeni gugurdooni hori kaani lafaa guurte waan jette, Horiini kunini hori d'iigaati, aki hori Mana Waaqatiini wolti darani fullaaniti jed'ani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite