59 Qaalole gugurdofi kori ch'ufti dubbi d'aratiini Yeso himatani, aka ijeesani;
Ammo waan anini amma isaniini jed'u, Nami oboleesa ufiti dalanu qorsuma argachu male. Nama oboleesa ufi arabsu kora iti baasu malani; ammalle nama oboleesa ufi tuffate, Daalle daba jed'uuni, ibida keesa buusu malani.
Nami waan d'araatiini nama himatu, akuma goraadeefi bokuufi t'iya qara qabdu hama.
Nyaapa suni ka d'araani had'e na balleesuu fed'u nati illakisiini.
Jennaani qaallichi guddaani waan Yesoni jed'e, waan jara keetifi ka barsiisa teeti nati himi.
Maafi na gaafatta? Nama waan anini namaani jed'e d'agaye gaafad'u; worri waan ani jed'e imbeekha.