Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 26:46 - KITAABA WAAQA

46 Kakaa, nu yaasa. Kuno, nami na gurguratu kana.

Gade chapit la Kopi




Matayo 26:46
11 Referans Kwoze  

Jennaani Pauloni waan jed'e, Isani maani tolchitani, ka bootani garaa na yakitani? Anini aka na hid'ani ch'alla inkurfefanne, ammo aka Yerusalemuti maro maqa Aabbo Yesoti duu kurfo jira jed'e.


Ammo nami lafaa aka anini Abba jaalad'u beekhu male, tanaafi anini waan ch'ufa akuma inni tolchi naani jed'e tolcha. kaa armaa nu yaasa.


Anini batiso argachu male qaba; haga argad'uti akamiini gaargala kana keesa baha!


Guyyaani inni gubbati galu d'iananaani Yerusalemuti fuula deefate.


Goliathini Daudi fuula keesa gadeeme jennaani Daudileni fuula keesa had'iisa utaale.


Inni waan jed'eeni, Anini guddo d'arraa qaba, aka Pasaka tana isani woliini nyaad'u, ato ingaargaliini.


Jennaani gara worra deebie waan jed'eeni, Ammalle ufuma ch'iiftani raftani? Ilaala, hojjaani Ilma Nama harka worra dabaati kennani ya d'iaatte.


Ato inni dubbachu jiru, Yudani ka jara kud'ani lama ke jiru d'ufe. Isa woliini gumiini guddooni ta sheeftifi bokuuni yaatu d'ufte, ta qaalole gugurdofi jaaroleeni Yahudi ergite.


Kakaa, nu yaasa, ilaala, nami harka nyaapa kiyyati na kennu d'aatu tana jira.


Ammo ilaala! Harki nama na gurguru ana woliini jira mesa kana gubba!


Petroni garagale namicha Yesoni jaalatu ka Yeso gula deemu arge. (Namicha suni ka gaafa guyya eege Yesoni sagale jara ergattu isaa woliini nyaate, bobaa Yesoti hirkate Aabbo, eennu ka si gurguru? jed'e gaafate.)


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite