Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 26:44 - KITAABA WAAQA

44 Ammalle Yesoni worra biraa deeme, maro sadeeso dubbuma suniini Waaqa kad'ate.

Gade chapit la Kopi




Matayo 26:44
6 Referans Kwoze  

Maro sadi anini waan kana Waaqa kad'ad'e, Nara fuud'i jed'eeni.


Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime, aka nami guyya ch'ufa Waaqa kad'achu illakimne.


Kad'acha keesati dubbi woma imbaane ind'eeresiina, aka worri Waaqa imbeenne tolchu; worri waan maro dubbi heddutiifi kad'acha d'agayaniifi seha.


Ammalle gadeebinaani worra muugatiini dabsatte rafu arge.


Jennaani gara worra deebie waan jed'eeni, Ammalle ufuma ch'iiftani raftani? Ilaala, hojjaani Ilma Nama harka worra dabaati kennani ya d'iaatte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite