Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 26:13 - KITAABA WAAQA

13 D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Yo odu dansa tana lafa ch'ufa keesati odeesani, waan isiini tolchite kana qaabatani isiini odeesani.

Gade chapit la Kopi




Matayo 26:13
19 Referans Kwoze  

D'uguma, waan anini isaniini jed'u, fulla Odu Dansa iti odeesani ch'ufa, waan isiini tolchitele inodeesani, aka isi qaabatani.


Odu Dansa tana ta Finna lafa ch'ufa keesati odeesani, aka gosa ch'ufati d'ugeesani, eegi suni muummeeni d'ufti.


Nami dansaani haga jiru ind'ipatu; guyya ch'ufa isa qaabatani.


Waaqi ka d'ugaati. Inni huji isani maro isa jaalattaniifi tolchitani inded'u, hojja isani gumi Waaqa duri qarqaartani arrale qarqaartani.


Lalabi, sirbi, ona Yerusalemu! AABBO Waaqi dira ufi baase gumi ufi jabeesa.


Tanaafi anini, AABBO Waaqi Israeli, waan jed'u: Anini duri aka worraafi gochiti tante haga jiru jireenna qaallu naa tatu kakhad'e. Ammo anini amma aka suni ya dide! Anini amma nama na guddisu guddise ammo nama ch'eera naa d'abu tufad'a.


Jennaani anini malaika d'ibi ta gubba bariftu arge, ta Odu Dansa ta haga hegeri jirtu nama lafa ch'ufati himtu, gosa ch'ufati afaani ch'ufaani.


ka nafa ufii kenne akasiini nama ch'ufaa baasu. Guyyaani geennaani, dubbi suni ya d'ugeesani.


Tanaafi isanileeni d'ugefacha keesa jabaattani dura yau maltani, aka yayaba Oduuni Dansaani isanii kennite iraa inchochoone, ammalle aka abdi gaafa Odu Dansa d'ageetani argattani iraa ingorre. Oduuni Dansaani ta nama lafa ch'ufati odeesani tana; anini Pauloleeni ya hojattu isii tahe.


Oduuni Dansaani eebaani d'ufte lafa ch'ufa gahuu jirti, akuma gaafa isani guyya qara eeba Waaqa d'ageetani waan isii hubattani taate.


Wonti akanatiifi nami, yo Waaqi waan isaa dansa heregu ch'alla dansa taha, yo inni waan ufi dansa hereguuniti.


Inni huji tana jabeenna waan mamatiifi ka akheekhatifi ka lubbutiini tolche. Tanaafi haga Yerusalemuti haga Ilkiro anini ya Odu Dansa ta Kristo qit'eese odeese.


Ammo woni anini gaafad'u, Worri dubbi d'uguma ind'ageenne? Laki, ya d'agayani, akuma t'aafiini jettu: Qonqooni isaani lafa ch'ufa keesa deemte, dubbini isaani muumme lafa geete.


aka haga Yerusalemu iti keyatani iraa deebitifi araarama daba maqa isatiini gosa ch'ufati odeesu malani.


Inni waan worraani jed'e, Lafa ch'ufa keesa yaa, Odu Dansa nama ch'ufati odeesa.


Odu Dansa qara gosa ch'ufaati odeesu malani.


Tanaafi fulla ch'ufa yaa, gosa ch'ufa nama kiyya tolcha: maqa Abbaatiifi ka ilmaatiifi ka Lubbu Qulqullotini aada batiso namaa kenna,


Inni isi arginaani rifate waan jed'eeni, Maal, Aabbo? Isiini waan jetteeni, Kad'acha teetiifi waan atini maro Waaqatiifi namaa kennitu ya fuula Waaqa durati si qaabatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite