Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 26:12 - KITAABA WAAQA

12 Isiini aka nafa kiyya awaalaa na kurfeesitufi qayya na nat'e.

Gade chapit la Kopi




Matayo 26:12
8 Referans Kwoze  

Yeso waan jed'e, Isi lakisi, isiini waan kana ha haga na awaalaniti olkeetuuti.


Isiini waan dandeetu naa tolchite, nafa kiyya d'ad'a dibde, awaala kurfeesite.


Jennaani dachaate, waan urgooftufi d'ad'a qayya qabu mid'aasite. Akuma Seeri jed'u guyya Sabato boqatani.


Guyyaani Sabato dabarraani, Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yakobotiifi Salomeni waan urgooftu bitani, aka d'aqani nafa Yeso dibani.


awaala goda d'akha ka inni mid'aafate, dira Daudi keesati, isa awaalani. Inni doonaani qumbifi d'ad'a urgaa nafa isaa ibsani, ibida gudda goolani isaa bohani.


Jennaani Yusufuuni nama ch'ireeyyi yaame, Reefa abba kiyya woyaani mamara, qayyaani urgeesa jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite