Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 25:3 - KITAABA WAAQA

3 Gowoleeni taani ifse fud'atte, ammo d'ad'a bobeesaniini lakifte;

Gade chapit la Kopi




Matayo 25:3
12 Referans Kwoze  

nama aada Waaqa guutu ufi tolchani, ammo jabeenna isi didani. Jara akana kana ira fagaad'u.


Worri guyya ch'ufa na kad'ate waan jed'u, Nu kara kanke barbaanne, seera kanke guutu feena; nu seera d'uga siraa feena, ammalle sileeti d'iaachu feena.


Gara malaika gumi Sardi waan kana t'aafi: Tunini dubbi nama lubbu Waaqa torbaafi urji torba harkaa qabu. Anini waan atini tolchitu imbeekha; atini maqa nama jiru qabda, ammo la doote.


Eegad'a, aka nami tokoleeni eeba Waaqa ind'amne. Eegad'a, aka nami tokoleeni mid'aani had'aa qabu tahe, nama heddu had'aa isatiini ingaargalchine.


Nami suni yoyu nyaapa gad'ufu argu, iyye aka nyaapi d'ufu namati hima. Inni magalaata d'ae, aka nyaapi d'ufu nama ch'ufa beesisa.


Guyya suni Finni gubba aka dubra kud'ani, ta ifse fud'atte, abba fuud'a argu d'at'e fakaata.


Shani qaro, taani gowoota.


qarooni taani waan d'ad'a iti naqani d'ad'a guute fud'atte.


Isiini waan mid'aasitu ch'ufa aka keesaa woi argattu imbeeti, tanaafi halkanile ifse bobeesite hojatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite