Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 24:9 - KITAABA WAAQA

9 Isani qabani gaargalchani duisa isaniti murani. Maro tiyyaafi gochi ch'ufti isani jibbiti.

Gade chapit la Kopi




Matayo 24:9
26 Referans Kwoze  

Maneeni Waaqa iti kad'atani keesaa isani yaasani. Tana male, hojjaani ind'ufti ta nami isani ijeesu waan Waaqaa hojatu ufi sehu.


Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.


Ammo waan kana ch'ufa durati isani qabani gaargalchani, maneeni Waaqa iti kad'atani duraani isani d'ufani, mana hid'aansa keesa isani buusani; maro tiyyaafi hayyootafi jaallaba dura isani geesani.


Anini waan jed'eeni, Anini imbeekhu, siti beekha. Inni waan naani jed'e, Kunini worra nagayaani gaargala jala bahe. Worri woya miich'ate d'iiga Hoolatiini adefate.


Ammo yo maro isani Kristianatiifi isani gaargalchani inch'eeriina, ammo galata Waaqaa deebisa, waan isani maqa Kristo qabdaniifi.


Anini fulla atini teetu imbeekha, fulla barch'uma guddinna Sheet'anaati. Atini maqa kiyya jabeesite qabatte, gaafa Antipa ka guddo na d'ugeese fulla Sheet'ani tauti ijeesanile, atini d'ugefacha na d'ugefatte illakimne.


D'akhaani Stefano had'uma had'ani, ato inni Waaqa yaamate, Aabbo Yeso, lubbu tiyya fud'ad'u jed'u.


Tanaafi Qalbiini Waaqaleeni waan jette, Anini raagafi ergattu worrati erga; nama gari ijeesani, ka gari gaargalchani.


Tanaafi waan anini isaniti himu: Anini raagootafi worra qalbi qabuufi qaaloota isani erga; ka gari fitt'ani, ka gari mukhati fanniftani, ka gari Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati lichooni d'aantani, dira ch'ufa keesaa haatani.


Ammo waan atini hereddu d'agayu imfeena, waan fulla ch'ufati aada atini gula deemtu tana nami ch'ufti hameenna isii dubbattufi.


ta gari tissele guurte d'aante fitt'e.


Nami d'ugaa ch'ubbicha jibba, ch'ubbichileeni nama d'ugaa jibba.


Jaaroleeni qalbi qabdu nama heddu d'ibi barsiifte qalbi kennitifi ammo worra haga toko haga diqa toko, goradeefi ibidaani fit'ani, ka garile miha iraa saamani boojiani.


Yo nami lafa isani jibbe, beekha aka, ato isani injibiini, na jibbani.


Ammo waan kana ch'ufa maro maqa kiyyatiifi isani tolchani, waan nama na erge imbeenneefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite