26 Yokhaani, yo nami, Ilaala, inni lafa gamooji keesa jira jed'e, achi indeemina; yokhaani yo, Inni armati d'okhachu jira jed'ani, ind'ugefatiina.
Qonqooni toko lalabde waan jettu, lafa aloo keesati daandi AABBO Waaqaa mid'aasa! Lafa gamooji keesa kara qajeela Waaqaa mid'aasa!
Atini eennu kana? Namicha lafa Misiri, ka onana nama kaase shifta kunki afuri lafa alo geeseeniti?
Bara suni Yohanani nama batisu lafa aloo ta Yudea d'ufe nama barsiise waan jed'e.
Me, anini waan kana ato guyyaani ingahiini ya isaniti hime.
Akuma angaasuuni mirgaa bita angaatu, akasuma Ilmi Nama tassa d'ufa.