Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 24:19 - KITAABA WAAQA

19 Gaargala nad'eeni hojja suni garaacha qabduufi ta ijoolle hoosiftu!

Gade chapit la Kopi




Matayo 24:19
12 Referans Kwoze  

Gaargala nad'eeni gaafasi garaacha qabdu, yokhaani ta hoosiftu. Gaargali guddaani lafa tana d'ufe dalansuuni Waaqa gosa tana balleesiti.


Gaafa gumi tiyya balleesani, waan hamtu taka inarginiti worra kiyyati bue, haawani ilmaani ufi d'alte naasu d'abde, d'aabate nyaate.


Waan Samariani Waaqa ufii diddeefi isi balleesani, nama isii had'iisa keesati fit'ani, daima worrale lafati d'abbani, nad'eeni worraa ta garaacha qabdule garaa babaqasani.


Yonathanini ilmi Saulo, ilma toko qaba ka maqaani isaa Mefiboshethi, gaafa qonqooni duuisa Saulofi Yonathani Yezreelini baate, ganni isaa shani. Intalti isa qabdu isa fuute baqateeni; ammo maro isiini arifate ch'eteenifi inni iraa lafa d'ae ch'ach'abe miila lachuyu naafate.


Ato Menahemuni Tirsa d'ufu jiru, inni dira Tapuatifi nama keesa jirufi lafa d'aatu isaa ch'ufa had'e balleese waan nami dira suni isati harka kennachu dideefi. Inni nad'eeni garaachale ch'ufa garaa babaqase.


Worri waan Yesoni jed'e, Waan worri jed'u d'ageeta? Ind'agaya jed'e. T'aafi keesa taka insoomne? Isani ya ijoolleefi daima aka faaru d'uga baaftu barsiiftani.


Nami oobru keesa jiru mana d'aqe woya imfud'atiini.


Kad'ad'a, aka bara d'aamochatiifi guyya Sabato imbaqanne!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite