Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 24:10 - KITAABA WAAQA

10 Nami hedduuni hojja suni d'ugefacha lakisa, woli gurguratani, woljibbani.

Gade chapit la Kopi




Matayo 24:10
17 Referans Kwoze  

Abbaafi haad'afi oboleyaanifi gosafi jaalaani teesanileeni isani gurguratti; nama gari isani keesa inijeesani.


Oboleesi oboleesa ufi ijeechaati kenna, ammalle ijoolleeni aka abbooti ijeesani feeti.


Ayaana nama diqole na ind'arefanne.


Ammo waan hidda inqamneefi, bulti diqo ch'alla taani; duuba yo d'ipufi gaargali maro dubbi Waaqatiifi d'ufu, hojja suni yoosu jigani.


Gaafa anini guyya qara ufi dubbad'e, nami tokoleeni na inqarqaare; nami ch'ufti na biraa yae. Waaqi waan suni worrati inheregiini!


Ammo hidda inqabu, haga diqa obse, hojja d'ipufi gaargali maro dubbi tanaatiifi d'ufu yoosu gufata.


Oboleesi oboleesa ufi duati geesa; abbaani ilma ufi akasuma tolcha; ijoolleleeni abbootifi haad'a ufi akasuma tolchiti.


Demani ya waan lafaa jaalate na lakise, Thesalonike d'aqe.


Atini imbeeta, aka nami lafa Asia keesa tau ch'ufti na biraa yae, Figelofi Hermogeneleeni.


Duuba isa quufu didani jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Fulla ch'ufati raaga guddisani, ollafi worra isaa keesa male.


Jennaani raagi d'ara hedduuni d'ufe nama heddu soba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite