Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 24:1 - KITAABA WAAQA

1 Ato Yesoni Mana Waaqa keesaa bahu jiru, jari isaa isati d'ufe, aka ijaarsa Mana Waaqa isa agarsiisu.

Gade chapit la Kopi




Matayo 24:1
11 Referans Kwoze  

Waaqi waan nani jed'e, Namicha, waan worri tae kana garta? Waan hamtu worri Israeli armati tolchu kana ilaali, ka fulla tiyya qulqullo tana iraa na fageesu. Ammo atini waan waan kana ira hamtu inagarta.


Waan anini isaniti himu, Arraa achi iti deebitani na ingartani, haga isani, Waaqi nama maqa Aabbootiini d'ufu ha eebisu jettaniti.


Worra Yerusalemu, wonti kunini ha gorsa isanii taatu, yokhaani anini isani biraa deeme dira keesani lafa gamooji ta nami keesa inteenne, tolcha.


Yahudiini waan jette, Ganna afurtami jaa keesa Mana kana jaarani, atini guyya sadi keesati dandeete jaarta?


Yesoni Mana Waaqa olseene; ato nama barsiisu, qaalole gugurdofi jari gugurdaani Yahudi isati d'ufani waan jed'aniini, Atini jabeenna kamiini waan kana tolchita? Eentu jabeenna kana sii kenne?


Ammo ado worri ijoolle d'alellee, anini ch'ufa infit'a. Hojja anini worra kana lakisu gaargala hamaati iti d'ufa!


Anini waan Serayani jed'e, Yoyu Babilonini baate, waan kitaaba kana keesa jira ch'ufa lalabi, biyyaa soomi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite