25 Gaargala keesani, jara Seera beekhufi Farisayo! Kiyyibdoole! Qorifi mudunu ala d'it'ani, ammo keesa isii hannafi ufi jaalachaani guutani.
Haati mala d'oofteefi, isiini d'at'e waan jette, Mata Yohana nama batisu qori gubba kayi naa kenni jetteeni.
Inni haguma jiru jireenna Waaqa, ammo aka irreeni haga Waaqaatiini ufi gahu inherenne.