Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 23:22 - KITAABA WAAQA

22 ammalle yo nami gubbaani kakhate inni barch'uma Waaqatiifi nama ira tauleeni kakhata.

Gade chapit la Kopi




Matayo 23:22
5 Referans Kwoze  

Ammo waan anini isaniini jed'u, Diqole inkakhatina, gubbaleeni; wonti akanatiifi isiini barch'uma Waaqati;


AABBO Waaqi waan jed'u, gubbaani barch'uma kiyya, lafti fulla anini miila d'ad'abad'u. Mani isani naa jaartani me re? Fullaani anini hafuura iti baafad'u eesa taati?


AABBO Waaqi Mana isaa qulqullo keesa taa; barch'umaani isaa ka guddinna gubba jira. Inni ila ufiitini nama ch'ufa ilaale, waan worri tahu beekha.


Aabbooni waan jed'u, Gubbaani barch'uma kiyya, laftileeni fulla anini miila kiyya d'aabad'u. Isani mana akami na ijaartani? Yokhaani fulla tami ta anini boqad'u?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite