Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 21:40 - KITAABA WAAQA

40 Yesoni waan jed'eeni, Abbaani oobru, yo d'ufu, maani worra oobru qorqoratu kana tolcha seetani?

Gade chapit la Kopi




Matayo 21:40
7 Referans Kwoze  

Nama Ilma Waaqa tuffatu, ka d'iiga wold'aqisa Waaqa ka isa qulqulleese bilaasha sehu, ka Lubbu eebaa arabsu, maal tolchani re? Gaargala isaa, aka inni hama, me herega!


Abbaani oobru maani tolcha yoosi? Inni d'ufe, jara oobru hojatu balleese, oobru harka nama d'ibiti kenna.


Duuba amma jaali kiyya waan jed'u, Isani worri Yerusalemufi Yuda keesa tau, anaafi oobru tiyya ta zabibu wolti nu ilaala.


Yoi zabibu murani geennaani, inni tissele ufi erge, aka qooda mid'aani argatu.


Duuba isa qabani, oobru keesaa baasani ijeesani.


Worri waan jed'eeni, Inni d'uguma worra daba suni fit'eti, oobru nama d'ibiti kenna, ka qooda mid'aani yo hojjaani geete, isaa kennu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite