Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 20:8 - KITAABA WAAQA

8 Lafti galgaloomnaani abbaani oobru zabibu waan gudda hojattutiini jed'e, Worra hujiti hori baasi, ka eegitiini iti keyad'u, haga ka qara.

Gade chapit la Kopi




Matayo 20:8
22 Referans Kwoze  

Guyya ch'ufa, ato aduuni ind'iine, beese guyya suni inni hojatteefi kennaafi; wonti akanatiifi inni hiyyeesa, beese suni male woma inqabu, guddo heregata. Hojja isani kennuufi baatani, inni maro teesaniifi AABBO Waaqati bohe, isanileeni wollaala argattani.


Nami ch'ufti ya Waaqa iraa eeba argate. Duuba inni eeba suni ha jabeese nama ch'ufaani qarqaaruti.


akasuma Kristole maro toko sorio baasani, aka daba nama heddu baasu. Inni maro lameesole indeebia, aka daba balleesuuniti, ammo aka worra isa eegatu baasu.


Maro inni huji Waaqa harka qabuufi inni wollaala qabaachu himmalle. Kiyyibe miira indiqaatiini, farso d'uge namaani woldide insabdaiini.


Nuuni ch'ufti Kristo dura eju malle, aka inni dubbi teenna qore, nami ch'ufti waan argachu male argatu, waan inni nafaani tolche gula, hamtuufi dansale.


Duuba Aabbooni waan jed'eeni, Gololchituuni qalbi qabdu ta abba ufi guute eennu re? Inni ka abbaani isaa waan ch'ufa harka isati kenne, hojattu d'ibi gololchi jed'uuni.


Manuma suni keesa tataa, waan isanii kennani ch'ufa nyaad'a d'uga, wonti akanatiifi nami wo hojatu wo argachu male. Mana d'ibi induudiina.


Yoana, niiti Kuza, ka waan mana Herode qorqoratu, ammalle Susanafi nad'eeni d'ibiini heddu, ta hori ufitiini Yesofi jara isaa qarqaartele.


Guyya Ilmi Nama guddinna ufitiini d'ufu malaika ch'ufa woliini, inni barch'uma guddinna ufi gubba tae,


Abbaani hojattu taani guddo ture gadi deebie, henna suni ch'ufa worra woliini tolche.


Nama dabsitani insaamina. Nama isani hojatu hori d'owattani, halkani tokole iraa imbulchina.


Duuba fulla balbala mana isaa gahani jennaani waan nama huji mana suniti matatiini jed'ani,


Ammo Abramuuni waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, wonti guddooni ati na tolchitu maani naa baati, ka anini ilme inqamne? Ufuftu nami na d'aalu Eliezeri ka gosa Damaski.


Worri waan jed'eeni, Nami tokoleeni huji nu inqorre. Inni waan jed'eeni, Yoosi isanileeni d'aqa, oobru tiyya keesa hojad'a.


Worri saa kud'ani toko qorani kaani d'umnaani beese huji guyya toko argate.


Namichi waan jed'e, Isiini intala Naomi woliini lafa Moabuti d'ufte taani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite