Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 20:4 - KITAABA WAAQA

4 waan jed'eeni, D'aqa, oobru tiyya ta zabibu keesa hojad'a, hori isanii baasa. Worri kae yae.

Gade chapit la Kopi




Matayo 20:4
12 Referans Kwoze  

Tanaafi qalbi teesaniini kurfefad'a. Gurra d'aaba, ch'aqasa; abdi teesani, eeba hojja Yeso Kristoni mullatu isanii kennani, ira keyad'a.


Jechi kunini ka d'ugaati. Anini sii waan kana aka dansa jabeesitu fed'a, aka worri Waaqa d'ugefatu ch'ufti huji dansa jabeese hojatu. Wonti kunini waan dansa, nama ch'ufayu ira jirti.


Abbooti, tissele teesani waan dansa tolcha. Aka isanileeni Abba gubba qabdani qaabad'a.


Isaniini garileeni duri akasi. Ammo amma ya isani d'iqani, ya isani qulqulleesani, ya maqa Aabbo Yeso Kristotiifi Lubbu Waaqa keennatiini Waaqaani wolti araaramtani.


Yesoni achi deemnaani, nama toko ka Matayo jed'ani, ka fulla mana damoosa tau arge, Na gula kooti jed'eeni. Jennaani Matayoni kae, isa gula deeme.


Saa sadi fulla gabaya d'annaani, nama huji inqamne arge


Saa jaafi sagalile akasuma tolche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite