10 Worri qara ganamaani qorani kaani d'umnaani, waan hagasi ira argatani ufi sehani, ammo beesuma suni ch'alla argatani.
Aka beese huji guyya toko guyyaati kennuufi wold'aqani, oobru zabibuti worra erge.
Worri saa kud'ani toko qorani kaani d'umnaani beese huji guyya toko argate.
Hori fud'atani tuffatani abbaati gungumani
Petroni waan jed'e, Ilaali, nu ya waan ch'ufa lakimne si gula yaane, maani arganna?