Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 19:4 - KITAABA WAAQA

4 Yesoni waan jed'eeni, Isani t'aafi keesati insoomne? Qaraa fiit'e Waaqi d'iirafi uwa uume

Gade chapit la Kopi




Matayo 19:4
15 Referans Kwoze  

Jennaani namichi waan jed'e, Eegi ufi jibbaad'e, lafe lafe tiyya keesaa baate, yokhaani fooni fooni kiyya keesaa bahe ya argad'e; uwa isiini jed'ani, waan isiini d'iira keesaa baateefi.


Akanaani Waaqi fakeenna ufii gula nama uume. Inni nama uwafi nama d'iira uume


D'iirafi uwale uume, eebiseefi Nama jed'e maqa baase.)


Waaqi isanifi worra nama taka intolchine? Inni maalifi akana isani tolche? Woni inni akana isani tolcheefi, aka isani ijoolle gumi Waaqaa ta d'uga taatu d'altani fed'a. Tanaafi isaniini tokoleeni kakhu nad'eeni teesaniti kakhattani inch'absina.


Yesoni waan jed'eeni, Seera keesati maal t'aafani? Maal soomta?


Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Nami kunini ka koba tau dansaniti, wahela isaa male tolchaafi.


Ammo, waan kaisa worra due, waan Waaqi isaniini jed'e insoomne? Inni waan jed'e,


Inni waan worraani jed'e, Isani waan Daudifi jari isa woliini jiru beelomnaani tahani insoomne?


Ammo aka ka due kaasani isani kitaaba Musa keesa fulla waan gurbi bobeetu t'aafani taka insoomne? Aka Waaqi anini Waaqa Abrahamu, Waaqa Isaaqotiifi Waaqa Yakobo jed'e.


T'aafi Waaqa keesati tana insoomne? D'akhachi ijaartuuni tuffatte dide yayu d'akha ch'ufa ira jaba tahe.


Yesoni waan worraani jed'e, Isani waan Daudini duri gaafa isaafi jari isaa sagale d'abe beelae jennaani tolche insoomne?


Yesoni waan worraani jed'e, Isani waan t'aafiini jettu taka insoomne? D'akhachi ijaartuuni tuffatte dide ya d'akha ch'ufa ira jabaa tahe. Aabbooti waan kana tolche, ila teenna durati wonti kuni waan mamaati!


Yesoni waan jed'eeni, Waan Daudifi waheli isaa gaafa beelaani tahani isani insoomne?


Jari suni deeme waan Yesoni jed'eeni tolche,


Yehoiyadani dubra lama fuusise, isiini ilmaani d'iiratifi ta dubrale d'alteefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite