Matayo 19:12 - KITAABA WAAQA12 Wonti nami nad'eeni imfuuneefi hedduti jira: hagi gari maro akasuma d'alateefi; ka gari maro nami akasi worra tolcheefi; ka gari maro Finna gubbatiifi nad'eeni imfuune. Nami dandau ha barsiisa tana fud'atuuti. Gade chapit la |