Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 19:11 - KITAABA WAAQA

11 Yesoni waan jed'eeni, Nami ch'ufti dandae barsiisa tana gula indeemu, ammo isiini ta worra Waaqi kenneefi ch'alla.

Gade chapit la Kopi




Matayo 19:11
7 Referans Kwoze  

Nami ch'ufti kenniti Waaqi isaa kenne gula tau male, ammalle akuma gaafa Waaqi isa yaame jiru tau male. Seeri anini gumi ch'ufa barsiisu kana.


Anini waan kana maro isani qarqaaru fed'uufi jed'a. Anini woma isani d'owu imfed'u. Ammo aka isani waan qajeelatiifi ka fullaa tolchitani, huji Aabbo garaa tokooni hojattani fed'a.


Ammo maro hameenni guddaani jiruufi, nami ch'ufti niiti ufi qabaachu male, nad'eeni ch'uftileeni d'iirsa ufi qabaachu malte.


Yesoni waan worraani jed'e, waan Finna gubba ka d'ossani ya isani barsiisani, ammo worra imbarsiimne.


Jari isaa waan isaani jed'e, Yo wonti d'iirsafi niitiyu akana taate, ira dansa yo nami nad'eeni imfuune.


Wonti nami nad'eeni imfuuneefi hedduti jira: hagi gari maro akasuma d'alateefi; ka gari maro nami akasi worra tolcheefi; ka gari maro Finna gubbatiifi nad'eeni imfuune. Nami dandau ha barsiisa tana fud'atuuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite