Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 18:6 - KITAABA WAAQA

6 Ammo nama ijoolle didiqo akana tana wollaalchise, ira dansa yo sila d'akha daakhu morma isati hid'ani, d'immu galaana keesa buusani.

Gade chapit la Kopi




Matayo 18:6
16 Referans Kwoze  

Nami ijoolle didiqo tana ta na d'ugefattu guufachiisu, sila dansa yo d'akha daakhu morma isati hid'ani, galaana keesa buusani.


Eegad'a, aka ijoolle didiqo tana tokole intufanne. Anini isaniti hima, malaikaani isii gubbati hojja ch'ufa fuula Abba kiyya dura ejaanjiti. [


Akasuma fed'i Abba keesani ka gubbati, aka ijoolle didiqo tana keesa tokoleeni imbanne.


Gumi anini fohad'e woma intolchina raagoota tiyyale intuqina.


Wonti qajeela aka foonifi daad'iifi waan d'ibi ta oboleesa kanke daba keesa buuftu lagatani.


Nami isani tuqe ya guma ilaa naa tuqe. Jennaani AABBO Waaqi Guddaani d'aamsa kanaani gara gosa gumi isaa saamte na erge waan jed'e.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Goraade, kai, tissitu tiyya, ta ree naa tissitu, had'i ijeesi; duuba reeni gargari bitinoofti. Anini gumi tiyya had'a,


Inni waan jed'eeni, Aabbo, atini eennu kana? Aabbooni waan jed'eeni, Anini Yeso kauma atini gaargalchitu.


Yo taatele, nu worra kana dalansiisu imfeenu. Gara galaana, d'aqi, t'urura keesa buusi, duuba qurt'umi qara qabdu fuud'i, afaani isii gargari qabi, beese keesati argatta. Fuud'i, anaafi sile baasi.


Nami maro maqa kiyyatiifi daima akana fud'atu ch'ufti na fud'ata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite