Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 18:16 - KITAABA WAAQA

16 Ammo yo inni si d'agayu d'ibaate, nama toko lama yaami, aka dubbini ch'ufti d'uga nama lama sadiini taatu.

Gade chapit la Kopi




Matayo 18:16
10 Referans Kwoze  

Nami toko ka nama woyake himu ingahu: yo nami lamafi; sadi himu male, wollaala nama suniti imurina.


Marooni sadeeso ta anini imaltu gara keesani d'ufu tana. Kajellaani ch'ufti d'uga lama sadi qabaachu malte, akuma t'aafiini jettu.


Yo jaarsa gumi himatani haga nami lama sadi d'uga iti bahuti dubbi suni inch'aqasiina.


Seera keesani keesa waan t'aafani, yo dubbi qorani keesa nami lama d'uga bahe, dubbini suni d'uga jed'ani.


Nama Seera Musa didu ch'ufa naasu male ijeesani, eegi d'ugaani lamaa sadi, aka inni wollaala qabu himte.


Ammo hojja nami lamafi sadi aka inni hameenna suni keesa jiru hime yo suni ch'alla isaa ijeesu malani; ammo dubbi nama toko gula isaa ijeesu himmalle.


Yoi nama nama ijeese ijeesani, yo nami lamafi sadi, inni ya nama ijeese jed'e hime ch'alla; himaansi nami toko, nami kunini ya nama ijeese jed'e ingahu.


Worri hamani kaani d'aatu isaa tatae, waan biyyaani jed'e, Nami kunini Waaqafi hayyu arabse, jennaani dira keesa allaati baasani, d'akhaani d'aanani ijeesani,


Anini d'uga tiyya lama erga; isiini ch'arqi uyifatte guyya kunki tokotiifi d'ibba lamatiifi jaatama d'aamsa Waaqaa odeesiti jed'ani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite