Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 17:21 - KITAABA WAAQA

21 Ammo kad'achaafi ufi agabsiti ch'allati jinni akana tana baasa, wonti d'ibiini dandeete imbaaftu.]

Gade chapit la Kopi




Matayo 17:21
10 Referans Kwoze  

Inni waan jed'eeni, Ta akana tana kad'acha male dandaani imbaasani.


Jari isaa ch'ufti Galilayati wolti d'umnaani Yesoni waan worraani jed'e, Ilma Nama harka nyaapati, kennani,


Jennaani AABBO Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa kiyya, atini maanifi niiti hiyyeeti tana waan hamtu akana kana tolchita? Isiini guddo na qorqorate, atini ammo ilma isii ijeefta?


Duuba guddise Waaqa gudda kad'ad'e, ufi agabse, ch'arqi naqad'e, daara keesati gale,


Isiini deemte jinni torba d'ibi ta isi ira hamtutiini d'ufti; duuba seenani achi qubatani. Jireenni nama suni ka lameeso jireenna qara ira hama. D'alooti hamaani kunileeni akasuma taha.


Ato worri Aabbo hojate ufi agabsu, Lubbuuni Qulqullooni waan worraani jette, Barnabafi Saulo huji anini fohad'eefi iti na qooda jette.


Gumi ch'ufa keesa jaarole fohatani, ufi agabsani, Waaqa kad'atani, harka Aabbo ka worri d'ugefate keesati lakisani.


Wolind'owatiina yo haga diqa toko, aka Waaqa kad'atani wold'agetani, ee woliini jettani male, ammo eegi suni huji teesani ta d'iirsaa nitii guuta, aka ufi qorqorti d'abdani akasiini ilaalacha Sheet'ana keesa imbuumne.


Hojja ch'ufa huji hojad'e gaargale; maro heddu hiriiba d'abe; ya beelae d'eebod'e; maro heddu sagalefi daofi woya fed'u d'abe.


Waan kana ch'ufa kad'achaani tolfad'a qarqaarsa Waaqa kad'ad'a. Hojja ch'ufa Waaqa kad'ad'a, akuma Lubbuuni isani agarsiiftu. Maro waan kanatifi hojja ch'ufa kurfo eegad'a; ufi injibaatiina, hojja ch'ufa gumi Waaqati kad'ad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite